Хисунул мюсюлмански kitaaba Azkaara Afaan Oromoo kan bilbila (mobaayila) harkaaf hojjatameedha. Du'aa fi Zikiriilee yeroo adda addaatti jedhaman bifa ammayyaawaan kan of keessatti qabateedha. Hisnul Muslim Afaan Oromoo buufadhaa itti faayyadamaa.
● Zikrii Ganamaafi Galagalaa
● Yeroo Huccuu uffatan
● Yeroo Wuduu'a godhatan
● Yeroo Masjiida deeman, Yeroo seenan fi Yeroo bahan.
● Yeroo Mana fincaanii seenanifi bahan
● Yeroo Hirriiba
● Yeroo Aazaanaa
● Yeroo Salaataa
● Yeroo Qur'aanaa
● Уейта Ракку
● Du'aa'ii Ijoolleedhaf
● Dhukkubsataa
● Du'a / Janaazaa
● Qilleensa / Rooba
● Соомаафи Баати
● Nyaataaf Dhugaatii
● Fuudhaaf Heeruma
● Хаджии фи Умраа
● Axxiffoo
● Имала fi kkk .. на keessaa qaba.